dhaloota-idaamuu-abiy-ahmed-ali

Book Details

  • Year: 2015
  • Pages: 348
  • Price 400.00
  • Category: Philosophy

Community Engagement



Community Reviews


Adeemsa sagalee warraaqsaa ce’umsa kanaan duraa fakkeessuun bakka wanti hundi jijjiirama hundee qabu keessatti mul’atu fakkeessuun hafee mala haaromsaa fi dabalaa ta’ee fudhatamedha. Fuuldurri ijoollee fi ilmaan ilmaan keenyaa carraa yeroo ammaa kana harka keenya jiru akkamitti akka itti qabnuun murtaa'uuf deema. Sanyii gaarummaa facaasuun, marga jibbaa fi qoqqoodinsa darbe keenya irraa of keessaa qabuun, dhaala gaarii dhaloota itti aanutti dabarsuun dirqama qulqulluu dhaloota kanaati.

Login or Register to write a review


    Eskinder Abdella commented

    2024-10-11 16:23:57

    yes


    Eskinder Abdella commented

    2024-10-11 16:23:44

    yes


    Melkamu Duftu commented

    2024-01-13 04:09:26

    Fedhii dhala namaa barbaadu


    Ziyad Abdella commented

    2023-11-04 17:18:40

    Kitaabicha dhaloota ida'amuu dubbisuun barbaadaa


    Ziyad Abdella commented

    2023-11-04 16:49:07

    HARD COPY DELIVERY ORDER


    Ziyad Abdella commented

    2023-11-04 16:49:01

    HARD COPY DELIVERY ORDER


    kadir mohmmed commented

    2023-09-22 16:15:24

    Issaa hamileen cabtee kan waldha'aanudha


    kadir mohmmed commented

    2023-09-22 16:14:39

    Kitaabni kun laaphee caaphtee/caabee/ kan waldhanuudha, galaatoomaa!




SPONSORED BOOKS

We are open for business
>
Other Books by the same Author
https://www.ethiobookreview.com/book/idaamu
https://www.ethiobookreview.com/book/erkabna-menber-abiy-ahmed
https://www.ethiobookreview.com/book/yemedemer-menged-abiy-ahmed-ali
https://www.ethiobookreview.com/book/yemedemer-tewulid-generation-medemer-abiy-ahmed-ali

Related Books
https://www.ethiobookreview.com/book/dhaloota-idaamuu-abiy-ahmed-ali
https://www.ethiobookreview.com/book/dhaloota-idaamuu-abiy-ahmed-ali
BOOK TAGS